-
Maarqos 8:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Iddoo kanatti Fariisonni isa qoruuf dhufanii samii irraa mallattoo akka isaanitti argisiisu gaafachuudhaan isa falmuu jalqaban.+
-
-
Luqaas 11:16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 Warri kaan immoo isa qoruudhaaf samii irraa mallattoo akka isaanitti argisiisu isa gaafachuu jalqaban.+
-