-
Maarqos 8:29Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
29 Innis, “Isin hoo eenyu anaan jettu?” jedhee isaan gaafate. Pheexirosis, “Ati Kiristoosi”+ jedhee isaaf deebise.
-
-
Yohaannis 4:25Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
25 Dubartittiinis, “Masiihiin inni Kiristoos jedhamu akka dhufu beeka. Inni yeroo dhufu wanta hundumaa ifatti nutti hima” isaan jette.
-
-
Yohaannis 11:27Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
27 Ishiinis, “Eeyyee, yaa Gooftaa, ati Kiristoos Ilma Waaqayyoo, isa gara addunyaa dhufu sana akka taate nan amana” isaan jette.
-