40 Namoota lamaan wanta Yohaannis dubbate dhagaʼanii Yesuus duukaa buʼan keessaa tokko, Indiriyaas+ obboleessa Simoon Pheexiros ture. 41 Inni jalqaba obboleessa isaa Simooniin argatee, “Masiihicha+ arganneerra” isaan jedhe; (“Masiihii” jechuun hiikni isaa, “Kiristoos” jechuu dha)