LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 2:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  7 Labsii Yihowaa nan labsa;

      Inni akkana naan jedhe: “Ati ilma koo ti;+

      Ani harʼa si dhalcheera.+

  • Maatewos 14:33
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 33 Achiis warri bidiruu sana irra turan, “Ati dhuguma Ilma Waaqayyoo ti” jedhanii isaaf sagadan.

  • Hojii Ergamootaa 9:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 yeruma sanas manneen sagadaa keessatti Yesuus Ilma Waaqayyoo taʼuu isaa lallabuu jalqabe.

  • Hojii Ergamootaa 9:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Saaʼol garuu caalaatti jabaachaa deeme; akkasumas Yesuus kun Kiristoos taʼuu isaa ragaa dhiheessuudhaan Yihudoota Damaasqoo keessa jiraatan amansiisee afaan isaan qabsiisa ture.+

  • Ibroota 1:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Amma immoo dhuma guyyoota kanaatti karaa Ilma isaa+ isa dhaaltuu wanta hundumaa+ godhee muudee fi sirnoota* adda addaa karaa isaa uume+ sanaa nutti dubbate.

  • 1 Yohaannis 4:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Namni Yesuus Ilma Waaqayyoo taʼuu isaa amanee fudhatu+ kam iyyuu, Waaqayyo nama akkasii wajjin tokkummaadhaan ni jiraata; innis Waaqayyoo wajjin tokkummaadhaan ni jiraata.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi