-
Hojii Ergamootaa 17:2, 3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Phaawulosis akkuma amala isaa+ gara mana sagadaa seenee sanbata sadiif Kitaabota Qulqulluu irraa dubbisee isaanii wajjin mariʼate;+ 3 “Yesuus inni amma ani isiniif lallabaa jiru kun Kiristoosi dha” jedhee, Kiristoos dhiphachuu+ fi duʼaa kaʼuun isaa+ barbaachisaa akka taʼe Kitaabota Qulqulluu irraa ragaa dhiheessee isaaniif ibse.
-