LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 22:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  7 Warri na argan hundi natti qoosu;+

      Afaan isaanii jalʼisanii qoosaadhaan mataa isaanii natti raasaa akkana jedhu:+

  • Faarfannaa 34:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Inni lafeewwan isaa hundumaa ni eega;

      Isaan keessaa tokko illee hin cabne.+

  • Faarfannaa 69:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Haa taʼu malee, isaan bakka nyaataa summii* naaf kennan,+

      Dheebuu kootiifis wanta dhangaggaaʼaa akkan dhugu naaf kennan.+

  • Faarfannaa 118:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  22 Dhagaan ijaartonni tuffatan,

      Dhagaa golee isa hunda caalu* taʼe.+

  • Isaayyaas 50:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 Dugda koo warra na rukutanitti,

      Maddii* koos warra areeda na irraa ciranitti kenneera.

      Fuula koo wantoota nama salphisanii fi warra natti tufan jalaa hin dhoksine.+

  • Isaayyaas 53:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  3 Namoonni isa ni tuffatan, ni jibbanis,+

      Inni nama dhiphinnii fi dhukkubni itti baayʼatu* ture.

      Akka waan fuulli isaa nu jalaa dhokfamee taʼee ture.*

      Inni kan tuffatame ture, nutis akka waan gatii hin qabneetti isa ilaalle.+

  • Isaayyaas 53:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  5 Inni garuu yakka keenyaaf ni waraaname;+

      Balleessaa keenyaafis ni caccabsame.+

      Nagaa nuuf argamsiisuuf jedhee adaba ni baate,+

      Madaa isaatiin kan kaʼes nuti ni fayyine.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi