-
Maarqos 15:36Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
36 Yeroo kanatti namichi tokko fiigee ispoonjii tokko daadhii wayinii dhangaggaaʼaa keessa erga cuuphee booda ulee shomboqqootti diree akka inni dhugu isaaf kennee,+ “Dhiisaa! Mee Eeliyaas dhufee akka gad isa buusu ilaalla” jedhe.
-