Faarfannaa 69:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Haa taʼu malee, isaan bakka nyaataa summii* naaf kennan,+Dheebuu kootiifis wanta dhangaggaaʼaa akkan dhugu naaf kennan.+ Yohaannis 19:29 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 29 Bakka sana okkoteen daadhii wayinii dhangaggaaʼuun guutame tokko kaaʼamee ture. Kanaafuu, isaan ispoonjii daadhii wayinii dhangaggaaʼu sanaan jiidhe hagadaa hiisoophiitti* diranii afaan isaatti qaban.+
21 Haa taʼu malee, isaan bakka nyaataa summii* naaf kennan,+Dheebuu kootiifis wanta dhangaggaaʼaa akkan dhugu naaf kennan.+
29 Bakka sana okkoteen daadhii wayinii dhangaggaaʼuun guutame tokko kaaʼamee ture. Kanaafuu, isaan ispoonjii daadhii wayinii dhangaggaaʼu sanaan jiidhe hagadaa hiisoophiitti* diranii afaan isaatti qaban.+