LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 69:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Haa taʼu malee, isaan bakka nyaataa summii* naaf kennan,+

      Dheebuu kootiifis wanta dhangaggaaʼaa akkan dhugu naaf kennan.+

  • Maatewos 27:48
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 48 Isaan keessaa inni tokko yeruma sana fiigee ispoonjii fudhatee daadhii wayinii dhangaggaaʼaa keessa erga cuuphee booda ulee shomboqqootti diree akka inni dhugu isaaf kenne.+

  • Maarqos 15:36
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 36 Yeroo kanatti namichi tokko fiigee ispoonjii tokko daadhii wayinii dhangaggaaʼaa keessa erga cuuphee booda ulee shomboqqootti diree akka inni dhugu isaaf kennee,+ “Dhiisaa! Mee Eeliyaas dhufee akka gad isa buusu ilaalla” jedhe.

  • Luqaas 23:36
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 36 Loltoonni illee isatti qoosan; dhufanii daadhii wayinii dhangaggaaʼaa isaaf kennuudhaan,+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi