LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 69:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Haa taʼu malee, isaan bakka nyaataa summii* naaf kennan,+

      Dheebuu kootiifis wanta dhangaggaaʼaa akkan dhugu naaf kennan.+

  • Luqaas 23:36
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 36 Loltoonni illee isatti qoosan; dhufanii daadhii wayinii dhangaggaaʼaa isaaf kennuudhaan,+

  • Yohaannis 19:29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Bakka sana okkoteen daadhii wayinii dhangaggaaʼuun guutame tokko kaaʼamee ture. Kanaafuu, isaan ispoonjii daadhii wayinii dhangaggaaʼu sanaan jiidhe hagadaa hiisoophiitti* diranii afaan isaatti qaban.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi