LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hojii Ergamootaa 9:19, 20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 nyaata nyaatees jabina argate.

      Guyyoota muraasaafis barattoota Damaasqoo keessa jiranii wajjin taaʼe;+ 20 yeruma sanas manneen sagadaa keessatti Yesuus Ilma Waaqayyoo taʼuu isaa lallabuu jalqabe.

  • Hojii Ergamootaa 13:13, 14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Phaawulosii fi hiriyoonni isaa Phaafoosii kaʼanii dooniidhaan Phergee ishii Phamfiliyaatti argamtu gaʼan. Yohaannis+ garuu isaan dhiisee Yerusaalemitti deebiʼe.+ 14 Isaan immoo Phergeedhaa kaʼanii gara Anxokiyaa ishii Phisdiyaatti argamtuu dhufan. Achiis guyyaa Sanbataatti gara mana sagadaa seenanii+ taaʼan.

  • Hojii Ergamootaa 14:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Phaawulosii fi Barnaabaas Iqooniyumitti mana sagadaa Yihudootaa seenanii haasaa gaarii waan kennaniif, Yihudoonnii fi Giriikonni hedduun amantoota taʼan.

  • Hojii Ergamootaa 18:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Inni yeroo hundumaa guyyaa sanbataa+ mana sagadaa keessatti haasaa dhiheessee*+ Yihudootaa fi Giriikota amansiisa ture.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi