17 Achiis Amfiipholiisii fi Apholoniyaa keessa darbanii gara Tasalonqee dhufan;+ bakka kana manni sagadaa Yihudootaa tokko jira ture. 2 Phaawulosis akkuma amala isaa+ gara mana sagadaa seenee sanbata sadiif Kitaabota Qulqulluu irraa dubbisee isaanii wajjin mariʼate;+