LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Roomaa 9:33
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 33 kunis akkuma, “Kunoo, ani dhagaa gufachiisuu fi kattaa kuffisu Xiyoon keessa nan kaaʼa;+ haa taʼu malee, namni isatti amanu hin qaanaʼu” jedhamee barreeffametti dha.+

  • 1 Qorontos 3:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Sababiin isaas, buʼuura isa kaaʼame, jechuunis Yesuus Kiristoosiin alatti namni kam iyyuu buʼuura kan biraa kaaʼuu hin dandaʼu.+

  • 1 Qorontos 10:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 hundi isaanii bishaan hafuuraa tokko irraa dhugan.+ Sababiin isaas, isaan kattaa hafuuraa isaan duukaa deemu sana irraa dhugu turan; kattaan sun Kiristoosiin argisiisa.*+

  • Efesoon 2:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 buʼuura ergamootaa fi raajotaa irratti ijaaramtaniittu;+ dhagaan golee inni buʼuura taʼe immoo Kiristoos Yesuusi dha.+

  • 1 Pheexiros 2:6-8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Kitaabota Qulqulluu keessatti, “Kunoo, ani Xiyoon keessa dhagaa filatamaa, dhagaa golee buʼuuraa gatii guddaa qabu nan kaaʼa; namni isatti amanu kam iyyuu matumaa hin qaanaʼu”*+ jedhameera.

      7 Kanaafuu, isin waan amantaniif, inni isiniif gatii guddaa qaba; warra hin amanneef garuu, “dhagaan ijaartonni tuffatan,+ dhagaa golee isa hunda caalu* taʼe”;+ 8 akkasumas “dhagaa gufachiisuu fi qarsaa kuffisu taʼe.”+ Isaan kan gufatan dubbichaaf waan hin ajajamneefi. Wanti isaan eeggachaa tures kanuma.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi