Faarfannaa 118:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Dhagaan ijaartonni tuffatan,Dhagaa golee isa hunda caalu* taʼe.+ Maatewos 21:42 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 42 Yesuusis akkana isaaniin jedhe: “Kitaabota Qulqulluu keessatti, ‘Dhagaan ijaartonni tuffatan, dhagaa golee isa hunda caalu*+ taʼe. Kun Yihowaa* biraa dhufe, ija keenyaafis dinqii dha’+ isa jedhu matumaa hin dubbisnee? Luqaas 20:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Yesuus garuu gara isaanii ilaalaa akkana jedhe: “Maarree, ‘Dhagaan ijaartonni tuffatan, dhagaa golee isa hunda caalu* taʼe’+ jedhamee inni barreeffame maal jechuu dha? Hojii Ergamootaa 4:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Inni, ‘dhagaa isa isin ijaartonni akka waan gatii hin qabneetti ilaaltanii fi dhagaa golee isa hunda caalu* taʼe sana’ dha.+
42 Yesuusis akkana isaaniin jedhe: “Kitaabota Qulqulluu keessatti, ‘Dhagaan ijaartonni tuffatan, dhagaa golee isa hunda caalu*+ taʼe. Kun Yihowaa* biraa dhufe, ija keenyaafis dinqii dha’+ isa jedhu matumaa hin dubbisnee?
17 Yesuus garuu gara isaanii ilaalaa akkana jedhe: “Maarree, ‘Dhagaan ijaartonni tuffatan, dhagaa golee isa hunda caalu* taʼe’+ jedhamee inni barreeffame maal jechuu dha?
11 Inni, ‘dhagaa isa isin ijaartonni akka waan gatii hin qabneetti ilaaltanii fi dhagaa golee isa hunda caalu* taʼe sana’ dha.+