Faarfannaa 118:22, 23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Dhagaan ijaartonni tuffatan,Dhagaa golee isa hunda caalu* taʼe.+ 23 Kun Yihowaa biraa dhufe;+Ija keenyaafis dinqii dha.+ Maarqos 12:10, 11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Isin Kitaaba Qulqulluu keessaa isa akkana jedhu matumaa hin dubbisnee? ‘Dhagaan ijaartonni tuffatan, dhagaa golee isa hunda caalu* taʼe.+ 11 Kun Yihowaa* biraa dhufe, ija keenyaafis dinqii dha.’”+
22 Dhagaan ijaartonni tuffatan,Dhagaa golee isa hunda caalu* taʼe.+ 23 Kun Yihowaa biraa dhufe;+Ija keenyaafis dinqii dha.+
10 Isin Kitaaba Qulqulluu keessaa isa akkana jedhu matumaa hin dubbisnee? ‘Dhagaan ijaartonni tuffatan, dhagaa golee isa hunda caalu* taʼe.+ 11 Kun Yihowaa* biraa dhufe, ija keenyaafis dinqii dha.’”+