-
Hojii Ergamootaa 4:10, 11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 namichi kun fayyaa taʼee isin dura kan dhaabbate maqaa Yesuus Kiristoos nama Naazireet+ isa isin muka irratti fannistanii+ fi Waaqayyo garuu duʼaa isa kaaseen+ taʼuu isaa isin hundi keessanis taʼe namoonni Israaʼel hundi beekaa. 11 Inni, ‘dhagaa isa isin ijaartonni akka waan gatii hin qabneetti ilaaltanii fi dhagaa golee isa hunda caalu* taʼe sana’ dha.+
-