LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 21:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Yesuusis deebisee akkana isaaniin jedhe: “Dhuguman isiniin jedha, amantii yoo qabaattanii fi yoo shakkuu baattan, wanta ani muka harbuu kana irratti godhe qofa utuu hin taʼin, gaara kanaan ‘Asii buqqaʼii galaana keessatti darbatami’ yoo jettan illee ni taʼa.+

  • Maarqos 11:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Dhuguman isiniin jedha, namni kam iyyuu gaara kanaan, ‘Asii buqqaʼii galaana keessatti darbatami’ yoo jedhee fi garaa isaatti utuu hin shakkin wanti inni dubbate akka raawwatamu yoo amane, ni raawwatamaaf.+

  • Luqaas 17:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Gooftaanis akkana jedhe: “Amantii hanga firii sanaaficaa geessu yoo qabaattan, muka guddaa kanaan, ‘Asii buqqaʼii galaana keessa dhaabami!’ jettu; innis isiniif ni ajajama.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi