LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 17:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Innis, “Amantiin keessan xinnoo waan taʼeefi. Dhuguman isiniin jedha, amantii hanga firii sanaaficaa geessu yoo qabaattanii fi gaara kanaan, ‘Asii kaʼiitii achi deemi’ yoo jettan ni deema; wanti isiniif hin dandaʼamnes hin jiraatu”+ isaaniin jedhe.

  • Maarqos 11:22, 23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Yesuusis deebisee akkana isaaniin jedhe: “Waaqayyo irratti amantii qabaadhaa. 23 Dhuguman isiniin jedha, namni kam iyyuu gaara kanaan, ‘Asii buqqaʼii galaana keessatti darbatami’ yoo jedhee fi garaa isaatti utuu hin shakkin wanti inni dubbate akka raawwatamu yoo amane, ni raawwatamaaf.+

  • Luqaas 17:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Gooftaanis akkana jedhe: “Amantii hanga firii sanaaficaa geessu yoo qabaattan, muka guddaa kanaan, ‘Asii buqqaʼii galaana keessa dhaabami!’ jettu; innis isiniif ni ajajama.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi