Maarqos 10:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Yesuus achii kaʼee gara daangaawwan Yihudaa warra Yordaanos gama jiranii dhufe; ammas namoonni hedduun isa biratti walitti qabaman. Inni akkuma amala isaa ammas isaan barsiisuu jalqabe.+
10 Yesuus achii kaʼee gara daangaawwan Yihudaa warra Yordaanos gama jiranii dhufe; ammas namoonni hedduun isa biratti walitti qabaman. Inni akkuma amala isaa ammas isaan barsiisuu jalqabe.+