Maatewos 19:1, 2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Yesuus wantoota kana dubbatee yommuu xumuru, Galiilaadhaa baʼee gara daangaawwan Yihudaa warra Yordaanos gama jiranii dhufe.+ 2 Namoonni hedduunis isa duukaa kan buʼan yeroo taʼu, innis achitti isaan fayyise.
19 Yesuus wantoota kana dubbatee yommuu xumuru, Galiilaadhaa baʼee gara daangaawwan Yihudaa warra Yordaanos gama jiranii dhufe.+ 2 Namoonni hedduunis isa duukaa kan buʼan yeroo taʼu, innis achitti isaan fayyise.