-
1 Qorontos 7:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Haa taʼu malee, namoonni hundi akka koo utuu taʼanii nan gammadan ture. Taʼus namni hundi kennaa Waaqayyo biraa argate qaba;+ inni tokko waan tokko, inni tokko immoo waan kan biraa qaba.
-