Maatewos 19:10, 11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Barattoonni isaas, “Haalli abbaa manaa fi haadha manaa akkana yoo taʼe, fuudhuu dhiisuu wayya” isaan jedhan. 11 Innis akkana isaaniin jedhe: “Warra kennaa isaa qaban+ qofa malee, namni hundi dubbii kana fudhachuu hin dandaʼu.
10 Barattoonni isaas, “Haalli abbaa manaa fi haadha manaa akkana yoo taʼe, fuudhuu dhiisuu wayya” isaan jedhan. 11 Innis akkana isaaniin jedhe: “Warra kennaa isaa qaban+ qofa malee, namni hundi dubbii kana fudhachuu hin dandaʼu.