-
Maarqos 10:28Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
28 Pheexirosis, “Kunoo, nuti wanta hundumaa dhiisnee si duukaa buuneerra”+ isaan jedhe.
-
-
Luqaas 18:28Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
28 Pheexiros garuu, “Kunoo, nuti wanta qabnu dhiisnee si duukaa buuneerra”+ jedhe.
-
-
Filiphisiyus 3:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Kana malees, beekumsa Kiristoos Yesuus Gooftaa koo isa hunda caalaa gatii guddaa qabu sanaaf jedhee wantoota hundumaa akka kasaaraatti nan lakkaaʼa. Ani isaaf jedhee wantoota hundumaa dhabeera; wantootan dhabe kanas akka kosiittan ilaala; kana kanan godhu Kiristoosiin argachuuf jedheeni;
-