LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 4:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Isaanis yeruma sana saaphana isaanii dhiisanii isa duukaa buʼan.+

  • Maatewos 6:33
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 33 “Egaa, hundumaa dura Mootummichaa fi qajeelummaa isaa barbaaduu keessan itti fufaa; wantoonni kun hundis isiniif ni dabalamu.+

  • Maatewos 19:27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 Pheexirosis deebisee, “Kunoo, nuti wanta hundumaa dhiisnee si duukaa buuneerra; egaa maal arganna ree?”+ jedhe.

  • Maarqos 1:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 yeruma sana isaan waame. Kanaafuu, isaan abbaa isaanii Zabdewosiin namoota mindeeffamanii wajjin bidiricha keessatti dhiisanii isa duukaa buʼan.

  • Luqaas 18:28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Pheexiros garuu, “Kunoo, nuti wanta qabnu dhiisnee si duukaa buuneerra”+ jedhe.

  • Filiphisiyus 3:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Kana malees, beekumsa Kiristoos Yesuus Gooftaa koo isa hunda caalaa gatii guddaa qabu sanaaf jedhee wantoota hundumaa akka kasaaraatti nan lakkaaʼa. Ani isaaf jedhee wantoota hundumaa dhabeera; wantootan dhabe kanas akka kosiittan ilaala; kana kanan godhu Kiristoosiin argachuuf jedheeni;

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi