Maatewos 20:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Akka kanaan, warri boodaa warra duraa taʼu; warri duraas warra boodaa taʼu.”+ Maarqos 10:31 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 31 Haa taʼu malee, warri duraa hedduun warra boodaa taʼu, warri boodaa hedduun immoo warra duraa taʼu.”+ Luqaas 13:30 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 30 Kunoo, warra boodaa keessaa warra duraa kan taʼan, warra duraa keessaas warra boodaa kan taʼan jiru.”+
31 Haa taʼu malee, warri duraa hedduun warra boodaa taʼu, warri boodaa hedduun immoo warra duraa taʼu.”+
30 Kunoo, warra boodaa keessaa warra duraa kan taʼan, warra duraa keessaas warra boodaa kan taʼan jiru.”+