Maatewos 19:30 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 30 “Haa taʼu malee, warri duraa hedduun warra boodaa taʼu, warri boodaa hedduun immoo warra duraa taʼu.+ Maatewos 20:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Akka kanaan, warri boodaa warra duraa taʼu; warri duraas warra boodaa taʼu.”+ Luqaas 13:30 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 30 Kunoo, warra boodaa keessaa warra duraa kan taʼan, warra duraa keessaas warra boodaa kan taʼan jiru.”+
30 “Haa taʼu malee, warri duraa hedduun warra boodaa taʼu, warri boodaa hedduun immoo warra duraa taʼu.+
30 Kunoo, warra boodaa keessaa warra duraa kan taʼan, warra duraa keessaas warra boodaa kan taʼan jiru.”+