LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maarqos 10:32
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 32 Isaan karaa gara Yerusaalemitti geessu irra yeroo ol baʼaa turanitti Yesuus isaan dura deemaa ture; isaan baayʼee dinqisiifatanii kan turan yeroo taʼu, warri isa duukaa buʼan garuu ni sodaatan. Inni ammas warra Kudha Lamaan kophaatti baasee akkana jedhee wantoota isa irra gaʼuuf jiran isaanitti himuu jalqabe:+

  • Luqaas 18:31
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 31 Achiis warra Kudha Lamaan kophaatti baasee akkana isaaniin jedhe: “Kunoo, gara Yerusaalemitti ol baʼaa jirra; wanti Ilma namaa ilaalchisee karaa raajotaa barreeffame hundi ni raawwatama.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi