Maatewos 18:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Kanaafuu, namni akka mucaa xinnoo kanaatti gad of qabu kam iyyuu, Mootummaa samii keessatti hundumaa irra kan caalu taʼa;+ Maatewos 23:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Haa taʼu malee, isin keessaa inni hunda irra caalu tajaajilaa keessan haa taʼu.+ Maarqos 10:43, 44 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 43 Isin gidduutti garuu akkana taʼuu hin qabu; kanaa mannaa, isin gidduutti guddaa taʼuu kan barbaadu kam iyyuu tajaajilaa keessan haa taʼu;+ 44 namni isin gidduutti dura taʼuu barbaadu kam iyyuu garbicha hunda keessanii haa taʼu. Luqaas 22:26 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 26 Isin garuu akkana hin taʼinaa.+ Kanaa mannaa isin keessaa inni hunda irra caalu, akka isa quxisuu hundumaa haa taʼu;+ inni dura buʼaa taʼes akka tajaajilaa haa taʼu.
4 Kanaafuu, namni akka mucaa xinnoo kanaatti gad of qabu kam iyyuu, Mootummaa samii keessatti hundumaa irra kan caalu taʼa;+
43 Isin gidduutti garuu akkana taʼuu hin qabu; kanaa mannaa, isin gidduutti guddaa taʼuu kan barbaadu kam iyyuu tajaajilaa keessan haa taʼu;+ 44 namni isin gidduutti dura taʼuu barbaadu kam iyyuu garbicha hunda keessanii haa taʼu.
26 Isin garuu akkana hin taʼinaa.+ Kanaa mannaa isin keessaa inni hunda irra caalu, akka isa quxisuu hundumaa haa taʼu;+ inni dura buʼaa taʼes akka tajaajilaa haa taʼu.