LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 20:26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 Isin gidduutti garuu akkana taʼuu hin qabu;+ kanaa mannaa, isin gidduutti guddaa taʼuu kan barbaadu kam iyyuu tajaajilaa keessan haa taʼu;+

  • Maarqos 9:35
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 35 Kanaafuu, taaʼee warra Kudha Lamaan ofitti waamee, “Namni dura taʼuu barbaadu kam iyyuu, hundumaa boodaa fi tajaajilaa hundumaa haa taʼu”+ isaaniin jedhe.

  • Luqaas 22:26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 Isin garuu akkana hin taʼinaa.+ Kanaa mannaa isin keessaa inni hunda irra caalu, akka isa quxisuu hundumaa haa taʼu;+ inni dura buʼaa taʼes akka tajaajilaa haa taʼu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi