9 Namoonni isa duraa fi isa booda deemanis akkana jedhanii iyyu turan: “Akka isa oolchitu si kadhanna!+ Inni maqaa Yihowaatiin dhufu eebbifamaa dha!+ 10 Mootummaan abbaa keenya Daawit+ inni dhufu eebbifamaa dha! Yaa isa samii irra jirtuu, akka isa oolchitu si kadhanna!”