LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 118:25, 26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  25 Yaa Yihowaa, si kadhanna, maaloo nu oolchi!

      Yaa Yihowaa, maaloo injifannoo nuuf kenni!

       26 Inni maqaa Yihowaatiin dhufu eebbifamaa dha;+

      Nuti mana Yihowaa keessaa isin eebbisna.

  • Maatewos 21:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Kana malees, namoonni isa duraa fi isa duuba deeman hedduun, “Ilma Daawit+ akka oolchitu si kadhanna! Inni maqaa Yihowaatiin* dhufu eebbifamaa dha!+ Yaa isa samii irra jirtuu, akka isa oolchitu si kadhanna!”+ jedhanii iyyu turan.

  • Luqaas 19:37, 38
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 37 Achiis daandii Gaara Ejersaa irraa gad buusutti akkuma dhihaateen, barattoonni isaa hundi dinqiiwwan argan hundumaatiin kan kaʼe, gammaduu fi sagalee isaanii guddisanii Waaqayyoon jajachuu jalqaban; 38 “Mootiin maqaa Yihowaatiin* dhufu eebbifamaa dha! Nagaan samii irratti, ulfinnis ol gubbaa irratti haa taʼu!”+ jedhu turan.

  • Yohaannis 12:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Kanaafuu, damee muka meexxii qabatanii isa simachuuf baʼan; sagalee isaanii ol kaasaniis, “Akka isa oolchitu si kadhanna! Mootiin Israaʼel inni+ maqaa Yihowaatiin* dhufu eebbifamaa dha!”+ jechuu jalqaban.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi