Faarfannaa 118:25, 26 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 Yaa Yihowaa, si kadhanna, maaloo nu oolchi! Yaa Yihowaa, maaloo injifannoo nuuf kenni! 26 Inni maqaa Yihowaatiin dhufu eebbifamaa dha;+ Nuti mana Yihowaa keessaa isin eebbisna.
25 Yaa Yihowaa, si kadhanna, maaloo nu oolchi! Yaa Yihowaa, maaloo injifannoo nuuf kenni! 26 Inni maqaa Yihowaatiin dhufu eebbifamaa dha;+ Nuti mana Yihowaa keessaa isin eebbisna.