Maatewos 9:27 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 27 Yesuus achii kaʼee utuu deemaa jiruu, namoonni qaro dhabeeyyii taʼan lama,+ “Yaa Ilma Daawit, garaa nuu laafi” jedhanii iyyaa isa duukaa buʼan. Maatewos 21:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Dura buutonni lubootaa fi barsiisonni seeraa wantoota dinqisiisoo inni raawwatee fi ijoollee mana qulqullummaa keessatti, “Ilma Daawit akka oolchitu si kadhanna!”+ jedhanii iyyan yommuu argan aaranii,+
27 Yesuus achii kaʼee utuu deemaa jiruu, namoonni qaro dhabeeyyii taʼan lama,+ “Yaa Ilma Daawit, garaa nuu laafi” jedhanii iyyaa isa duukaa buʼan.
15 Dura buutonni lubootaa fi barsiisonni seeraa wantoota dinqisiisoo inni raawwatee fi ijoollee mana qulqullummaa keessatti, “Ilma Daawit akka oolchitu si kadhanna!”+ jedhanii iyyan yommuu argan aaranii,+