Maatewos 21:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Kana malees, namoonni isa duraa fi isa duuba deeman hedduun, “Ilma Daawit+ akka oolchitu si kadhanna! Inni maqaa Yihowaatiin* dhufu eebbifamaa dha!+ Yaa isa samii irra jirtuu, akka isa oolchitu si kadhanna!”+ jedhanii iyyu turan.
9 Kana malees, namoonni isa duraa fi isa duuba deeman hedduun, “Ilma Daawit+ akka oolchitu si kadhanna! Inni maqaa Yihowaatiin* dhufu eebbifamaa dha!+ Yaa isa samii irra jirtuu, akka isa oolchitu si kadhanna!”+ jedhanii iyyu turan.