Faarfannaa 118:25, 26 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 Yaa Yihowaa, si kadhanna, maaloo nu oolchi! Yaa Yihowaa, maaloo injifannoo nuuf kenni! 26 Inni maqaa Yihowaatiin dhufu eebbifamaa dha;+ Nuti mana Yihowaa keessaa isin eebbisna. Yohaannis 12:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Kanaafuu, damee muka meexxii qabatanii isa simachuuf baʼan; sagalee isaanii ol kaasaniis, “Akka isa oolchitu si kadhanna! Mootiin Israaʼel inni+ maqaa Yihowaatiin* dhufu eebbifamaa dha!”+ jechuu jalqaban.
25 Yaa Yihowaa, si kadhanna, maaloo nu oolchi! Yaa Yihowaa, maaloo injifannoo nuuf kenni! 26 Inni maqaa Yihowaatiin dhufu eebbifamaa dha;+ Nuti mana Yihowaa keessaa isin eebbisna.
13 Kanaafuu, damee muka meexxii qabatanii isa simachuuf baʼan; sagalee isaanii ol kaasaniis, “Akka isa oolchitu si kadhanna! Mootiin Israaʼel inni+ maqaa Yihowaatiin* dhufu eebbifamaa dha!”+ jechuu jalqaban.