-
Luqaas 19:39, 40Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
39 Fariisota namoota sana gidduu turan keessaa tokko tokko garuu, “Yaa Barsiisaa, barattoota keetti dheekkami” isaan jedhan.+ 40 Inni garuu deebisee, “Ani isinitti nan hima, isaan kun yoo callisan illee dhagoonni ni iyyu” jedhe.
-