LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 21:46
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 46 Isa qabuu barbaadanii kan turan taʼus, namoonni hedduun sun akka raajiitti+ waan isa ilaalaniif isaan sodaatan.

  • Luqaas 7:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Yeroo kanatti hundi isaanii baayʼee sodaatanii, “Raajii guddaan tokko nu gidduutti kaʼeera”+ akkasumas, “Waaqayyo saba isaa yaadateera” jedhanii Waaqayyoof ulfina kennuu jalqaban.+

  • Luqaas 24:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Innis, “Wantoota akkamii?” jedhee isaan gaafate. Isaanis akkana isaan jedhan: “Wantoota Yesuus nama Naazireet,+ isa Waaqayyoo fi namoota hundumaa duratti hojii fi dubbiidhaan raajii aango qabeessa taʼe+ sana irratti raawwataman;

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi