LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 2:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Wanti karaa raajotaa, “Nama biyya Naazireet*+ jedhamee waamama” jedhamee dubbatame akka raawwatamuuf, gara magaalaa Naazireet+ jedhamtu dhufee achi jiraachuu jalqabe.

  • Maatewos 21:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Namoonni hedduun sunis, “Kun Yesuus raajicha,+ isa Naazireet biyya Galiilaatii dhufe dha!” jedhu turan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi