Hojii Ergamootaa 2:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Namichi kun akkuma Waaqayyo murteessee fi dursee beekeen dabarfamee kenname;+ isinis harka namoota hamootiin muka irratti fannistanii isa ajjeestan.+ Hojii Ergamootaa 3:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Bakka Buʼaa jireenyaa Isa Guddaa garuu ni ajjeestan.+ Haa taʼu malee Waaqayyo duʼaa isa kaase; nutis kanaaf ragoota dha.+
23 Namichi kun akkuma Waaqayyo murteessee fi dursee beekeen dabarfamee kenname;+ isinis harka namoota hamootiin muka irratti fannistanii isa ajjeestan.+
15 Bakka Buʼaa jireenyaa Isa Guddaa garuu ni ajjeestan.+ Haa taʼu malee Waaqayyo duʼaa isa kaase; nutis kanaaf ragoota dha.+