Hojii Ergamootaa 4:1, 2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Pheexirosii fi Yohaannis utuu namoota sanatti dubbachaa jiranii luboonni, dura buʼaan eegdota mana qulqullummaa fi Saduuqonni+ gara isaanii dhufan. 2 Ergamoonni kun namoota barsiisaa fi Yesuus duʼaa kaʼuu isaa ifatti dubbachaa waan turaniif, isaan baayʼee isaanitti aaranii turan.+ Hojii Ergamootaa 23:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Sababiin isaas, Saduuqonni duʼaa kaʼuun, maleekaan, akkasumas uumamni hafuuraa hin jiru kan jedhan yeroo taʼu, Fariisonni garuu kana hundatti ni amanu* turan.+
4 Pheexirosii fi Yohaannis utuu namoota sanatti dubbachaa jiranii luboonni, dura buʼaan eegdota mana qulqullummaa fi Saduuqonni+ gara isaanii dhufan. 2 Ergamoonni kun namoota barsiisaa fi Yesuus duʼaa kaʼuu isaa ifatti dubbachaa waan turaniif, isaan baayʼee isaanitti aaranii turan.+
8 Sababiin isaas, Saduuqonni duʼaa kaʼuun, maleekaan, akkasumas uumamni hafuuraa hin jiru kan jedhan yeroo taʼu, Fariisonni garuu kana hundatti ni amanu* turan.+