Maarqos 12:28 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 28 Barsiisaan seeraa yommuu isaan wal falman dhagaʼaa ture tokko akka gaariitti akka inni isaaniif deebise hubatee, “Ajaja hundumaa keessaa inni duraa* isa kami?”+ jedhee isa gaafate.
28 Barsiisaan seeraa yommuu isaan wal falman dhagaʼaa ture tokko akka gaariitti akka inni isaaniif deebise hubatee, “Ajaja hundumaa keessaa inni duraa* isa kami?”+ jedhee isa gaafate.