LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 22:34-36
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 34 Fariisonni Yesuus Saduuqota akka afaan qabsiise erga dhagaʼanii booda gareedhaan gara isaa dhufan. 35 Yeroo kanatti isaan keessaa namni Seericha akka gaariitti beeku tokko, isa qoruuf akkana jedhee isa gaafate: 36 “Barsiisaa, Seericha keessaa ajajni hunda irra caalu isa kami?”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi