-
Maarqos 7:3, 4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 (Fariisonnii fi Yihudoonni hundi aadaa abbootii cimsanii waan hordofaniif, harka isaanii hamma ciqileetti yoo dhiqatan malee hin nyaatan turan; 4 yommuu gabaadhaa deebiʼanis utuu hin dhiqatin hin nyaatan turan. Aadaa dhaalanii fi cimsanii hordofan kan biraa hedduu kan akka xoofoo, okkotee fi miʼawwan sibiila diimaa irraa tolfaman bishaan keessa cuuphuus qabu turan.)+
-