LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 23:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 “Barsiisota seeraa fi Fariisota fakkeessitoota nana, isiniif wayyoo! Isin kubbaayyaa fi saanii ala isaa ni qulqulleessitu;+ keessi isaa garuu sassataa*+ fi ofittummaadhaan kan guutame dha.+

  • Luqaas 11:38, 39
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 38 Haa taʼu malee Fariisichi, Yesuus nyaata dura harka isaa akka hin dhiqanne* yommuu argu baayʼee dinqisiifate.+ 39 Gooftaan garuu akkana isaan jedhe: “Fariisota nana, isin kubbaayyaa fi saanii ala isaanii ni qulqulleessitu; keessi keessan garuu sassataa fi hammeenyaan kan guutame dha.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi