Luqaas 11:39 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 39 Gooftaan garuu akkana isaan jedhe: “Fariisota nana, isin kubbaayyaa fi saanii ala isaanii ni qulqulleessitu; keessi keessan garuu sassataa fi hammeenyaan kan guutame dha.+
39 Gooftaan garuu akkana isaan jedhe: “Fariisota nana, isin kubbaayyaa fi saanii ala isaanii ni qulqulleessitu; keessi keessan garuu sassataa fi hammeenyaan kan guutame dha.+