LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Luqaas 13:34
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 34 Yaa Yerusaalem, yaa Yerusaalem, raajota kan ajjeestu, warra gara keetti ergamanis dhagaadhaan kan tumtu,+ akkuma lukkuun cuucota ishii qoochoo ishii jalatti walitti qabdu ijoollee kee siʼa meeqan walitti qabuu barbaade! Isin garuu hin barbaanne.+

  • Luqaas 19:41, 42
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 41 Yommuu magaalattiitti dhihaatus ishii ilaalee booʼeef;+ 42 akkana jedhe: “Ati, eeyyee, atumti, wantoota nagaa siif argamsiisan guyyaa kanatti utuu hubattee gaarii ture; amma garuu isaan ija kee duraa dhokfamaniiru.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi