-
Isaayyaas 6:9, 10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Innis akkana jedhee naaf deebise: “Dhaqiitii saba kanaan akkana jedhi:
‘Isin irra deddeebitanii ni dhageessu,
Garuu hin hubattan;
Irra deddeebitanii ni argitu,
Garuu beekumsa tokko illee hin argattan.’+
-
-
Maatewos 13:14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Kanaafuu, raajiin Isaayyaas akkana jedhee dubbate isaan irratti raawwatamaa jira: ‘Isin dhagaʼuu ni dhageessu, garuu matumaa ergaa isaa hin hubattan; ilaaluu ni ilaaltu, garuu matumaa hin argitan.+
-