LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 7:22, 23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Guyyaa sanatti namoonni hedduun, ‘Yaa Gooftaa, yaa Gooftaa,+ nuti maqaa keetiin raajii hin dubbannee? Maqaa keetiin jinniiwwan hin baasnee? Akkasumas maqaa keetiin+ dinqiiwwan hedduu hin raawwannee?’ naan jedhu. 23 Yeroo sanatti ani immoo, ‘Ani matumaa isin hin beeku! Isin warri hammina hojjettan nana, na biraa deemaa!’ isaaniin nan jedha.+

  • 2 Tasalonqee 2:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Haa taʼu malee, inni seera mormu sun kan argamu humna Seexanaatiin+ yeroo taʼu, hojii guguddaa, mallattoowwanii fi dinqiiwwan sobaa,+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi