-
Luqaas 12:45, 46Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
45 Haa taʼu malee, garbichi sun garaa isaatti, ‘Gooftaan koo dafee hin dhufu’ jedhee yaaduudhaan, tajaajiltoota dhiirotaa fi dubartoota taʼan reebuu,* akkasumas nyaachuu, dhuguu fi machaaʼuu yoo jalqabe,+ 46 gooftaan garbicha sanaa guyyaa inni hin eegnee fi saʼaatii inni hin beeknetti dhufee adaba guddaa isa adaba; gaʼee isaas warra amanamoo hin taanee wajjin godha.
-