Mulʼata 19:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Innis, “Kana barreessi: Warri irbaata gaaʼela Hoolichaa+ irratti affeeraman gammadoo dha” naan jedhe. Akkasumas, “Jechoonni kun dubbiiwwan Waaqayyoo warra dhugaa dha” jedhee natti hime.
9 Innis, “Kana barreessi: Warri irbaata gaaʼela Hoolichaa+ irratti affeeraman gammadoo dha” naan jedhe. Akkasumas, “Jechoonni kun dubbiiwwan Waaqayyoo warra dhugaa dha” jedhee natti hime.